0 Comment
Magaalaa Finfinnee Paarkii ICT keessatti Giddugalli Daataa ragaa olaanaa baachuu danda’u ijaarramuufi jedhame. Dhaabbata ‘Wiing Afrikaa’ jedhamuun kan ijaarramu giddugalli kun proojektoota giddugal ragaa Paan Afrikaatiin ijaarramuuf karoorfaman keessaa isa tokko ta’uu ibsameera. Lafa Iskuweer Meetira kuma 15 irra kan qubatuudha jedhame. Dhaabbatichi Proojektii 2ffaa isaa Adaamaarraa fageenya Km 96 irratti ijaaruuf karoorfachuu himameera. Dhaabbatichi... Read More