0 Comment
Ji’oota sadan darbanitti hoggantoota biyyaafi dhaabbilee idil addunyaa dabaltee namoonni miliyoona 1 ta’an Muuziyeemii Saayinsii Biyyaalessaa daawwachuu Insitiitiyutii Intalajensii Artefishaalii Itoophiyaa beeksise. Muuziyeemiin Saayinsii Biyyaaleessa ji’a fulbaanaa darbe Ministira Muummee FDRI doktar Abiy Ahimadiin eebbifamee hojii jalqabuun isaa ni yaadatama. Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimad yeroo eebba kana akka himanitti Muuziyeemichi jiddugalaawwan daa’immaniifi Dargaggoonni yaala... Read More